-
Maqaa Yesusiin Kan Kadhannu Maaliifi?Masaraa Eegumsaa—2008 | Ebla 1
-
-
Macaafni Qulqulluun aboo guddaa Yesus qabu hubachuu akka dandeenyuuf maqaa aboo garagaraatiin Yesusiin waama. Kunis, wantoota inni godhe, gochaa jiruufi gara fuulduraatti raawwatuun eebbawwan hedduu akka nuu argamsiisu hubachuuf nu gargaara. (Saanduqa “Ga’ee Guddaa Yesus Qabu” jedhuufi fuula 14rra jiru ilaali.) Dhugumayyuu, Yesusiif “maqaa isa maqaa kam irra iyyuu caalu” kennameera.a Gooftummaan hundinuu waaqaafi lafarratti isaaf kennameera.—Filiphisiiyus 2:9; Maatewos 28:18.
-
-
Maqaa Yesusiin Kan Kadhannu Maaliifi?Masaraa Eegumsaa—2008 | Ebla 1
-
-
a Akka Eksipooziitarii Dikshinarii oov Teestaamant Wordis ibsetti, jechi Giriikii “maqaa” jedhamee hiikame “maqaan wantoota karaa kallattii hin taaneen ibsaman hundaa, jechuunis aboo, amala, sadarkaa, surraa, humnaa [fi] dandeettii guddaa” kan argisiisudha.
-