LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Namoota Dhibee Sammuu Qaban Gargaaruu
    Masaraa Eegumsaa (Sabaa)—2023 | Lakk. 1
    • ‘Warra dhiphatan jajjabeessaa.’—1 TASALONQEE 5:14.

      Michuun kee baayʼee dhiphatee ykn gatii akka hin qabne isatti dhagaʼamee taʼuu dandaʼa. Maal jechuu akka qabdu yeroo hin beeknettillee, akka isaaf yaaddu argisiisuudhaan isa jajjabeessuu dandeessa.

  • Namoota Dhibee Sammuu Qaban Gargaaruu
    Masaraa Eegumsaa (Sabaa)—2023 | Lakk. 1
    • ‘Obsa argisiisi.’—1 TASALONQEE 5:14.

      Michuun kee yeroo hunda haasaʼuuf fedhii qabaachuu dhiisuu dandaʼa. Yeroo inni dubbachuu barbaadutti isa dhaggeeffachuuf qophaaʼaa akka taate isaaf mirkaneessi. Dhibee isaatiin kan kaʼe wanta si gaddisiisu dubbachuu ykn raawwachuu dandaʼa. Beellama si wajjin qabate haquu ykn dafee aaruu dandaʼa. Gargaarsa isa barbaachisu yeroo isaaf gootu obsa qabaadhu, akkasumas miira isaa isaaf hubadhu.—Fakkeenya 18:24.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi