-
Fayyinni Maali dha?Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
-
-
Ilaalcha dogoggoraa: Tiitoo 2:11, Waaqayyo, ‘namoota hundaatiif fayyina argamsiisa’ waan jedhuuf namoonni hundi akka fayyan barsiisa.
Dhugaa jiru: Jechi afaan Giriikii caqasa kana irratti “hunda” jedhamee hiikame, “gosa hundumaa ykn garagaraa” jedhamuus ni dandaʼa.d Kanaafuu, Tiitoo 2:11 ilaalchisee hubannaa sirriin Waaqayyo namoota, “saba hundumaa keessaa, gosa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa fi qooqa hundumaa keessaa dhufan” dabalatee akaakuu namootaa hundaaf fayyina akka qopheesse argisiisa.—Mulʼata 7:9, 10.
-
-
Fayyinni Maali dha?Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
-
-
d Vine’s Complete Expository Dictionary of Old and New Testament Words jedhu ilaali. Jechi afaan Giriikii wal fakkaatu Maatewos 5:11 irratti yaada Yesuus namoonni wanta hamaa ‘hundumaa’ duuka buutota isaa irratti akka dubbatan ibse keessatti ni argama.
-