-
Yaadawwan Ijoo Macaafota Tiitoos, Filemoniifi IbrootaaMasaraa Eegumsaa—2008 | Onkoloolessa 15
-
-
15, 16—Phaawulos, Filemon Oneesimosiin birmaduu akka baasu kan isa hin gaafanne maaliifi? Phaawulos, ‘mootummaa Waaqayyoo akka lallabuufi waa’ee Yesus Kristos gooftichaa akka barsiisu’ hojii isaa kennamerratti xiyyeeffachuu barbaada ture. Kanaafuu, dhimma garbummaa dabalatee dhimmawwan namootaa keessa galuu hin barbaadu ture.—HoE. 28:31.
-
-
Yaadawwan Ijoo Macaafota Tiitoos, Filemoniifi IbrootaaMasaraa Eegumsaa—2008 | Onkoloolessa 15
-
-
15, 16. Wantoonni rakkisaa ta’an garmalee akka nu dhiphisan heyyamuu hin qabnu. Seenaan Oneesimos akka argisiisutti, haalawwan akkasii karaa hin yaadamneen bu’aa gaarii argamsiisuu danda’u.
-