LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Amantaan Sobaa Maqaa Waaqayyoo kan Balleessu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
    • Amantaan sobaa ‘dhugaa Waaqayyoo sobatti jijjiira.’ (Roomaa 1:25) Fakkeenyaaf, amantaawwan hedduun hordoftoota isaanii maqaa Waaqayyoo hin barsiisne. Haa taʼu malee, Kitaabni Qulqulluun maqaa Waaqayyootti fayyadamuu akka qabnu barsiisa. (Roomaa 10:13, 14) Geggeessitoonni amantaa tokko tokko wanti suukanneessaa taʼe yommuu mudatu fedha Waaqayyoo akka taʼe dubbatu. Kun garuu soba dha. Waaqayyo matumaa madda hamminaa miti. (Yaaqoob 1:13 dubbisi.) Kan nama gaddisiisu garuu, sobawwan amantaan sobaa barsiisu namoonni Waaqayyoon jaallachuun akka isaanitti ulfaatu godhaniiru.

  • Hammeenyii fi Rakkinni kan Jiraate Maaliifi?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
    • 4. Rakkina nu irra gaʼuuf kan itti gaafatamu eenyu?

      Namoonni hedduun guutummaa addunyaa kan toʼatu Waaqayyo akka taʼe amanu. Garuu kun dhugaa dhaa? VIIDIYICHA taphachiisaa.

      VIIDIYOO: Addunyaa Kana kan Toʼatu Eenyu? (1:24)

      Yaaqoob 1:13 fi 1 Yohaannis 5:19 dubbisaa, achiis gaaffii kana irratti mariʼadhaa:

      • Hammeenyaa fi rakkina gaʼaa jiruuf kan itti gaafatamu Waaqayyo dhaa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi