-
Maatiin Kee Gammachuu Qabaachuu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 2Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
-
-
4. Ijoollee keessan jaalalaan leenjisaa
Ijoollee leenjisuun rakkisaa taʼuu dandaʼa. Maarree Kitaabni Qulqulluun gama kanaan isin gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? Yaaqoob 1:19, 20 dubbisaa, achiis gaaffiiwwan kanneen irratti mariʼadhaa:
Warri ijoollee isaanii wajjin yommuu haasaʼan jaalala argisiisuu kan dandaʼan akkamitti?
Warri yeroo aaranii jiranitti matumaa ijoollee isaanii adabuu kan hin qabne maaliifi?a
-
-
Maatiin Kee Gammachuu Qabaachuu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 2Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
-
-
a Akka Kitaaba Qulqulluutti ‘adabni’ barsiisuu, qajeelchuu fi sirreessuu wajjin wal qabata. Kana jechuun garuu miidhuu ykn garaa jabaachuu jechuu miti.—Fakkeenya 4:1.
-