LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Dubbii ‘Ijaarsaaf Tolu’ Dubbadhaa
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
    • 7, 8. Wantoota dubbannuuf Yihowaa duratti hangam itti gaafatamna?

      7 Sababii sadaffaan arraba keenya to’achuu nu barbaachisummoo, Yihowaan wantoota dubbannuuf kan nu gaafatu ta’uusaati. Haalli arraba keenya itti fayyadamnu hariiroo namootaa wajjin qabnu qofa utuu hin ta’in, hariiroo Yihowaa wajjin qabnus kan tuqudha. Yaaqoob 1:26 akkas jedha: “Namni, nama amantii qabu of se’ee, arraba isaatti immoo luugama hin keenye, inni of sossoba malee, amantiin isaa waa’ee hin baasuuf.” Akkuma boqonnaa darberratti ilaalle, haalli itti arraba keenyaan fayyadamnu waaqeffannaa keenyaa wajjin kan wal qabatedha. Arrabni keenya to’annaa kan hin qabneefi dubbii akka summiitti nama miidhu kan dubbatu taanaan, carraaqqiin Waaqayyoon tajaajiluuf goonu kamiyyuu isa biraatti waa’ee hin baasu. Wanti kun dubbii keenyaaf xiyyeeffannaa guddaa kennuu akka qabnu kan argisiisu mitii?—Yaaqoob 3:8-10.

  • Dubbii ‘Ijaarsaaf Tolu’ Dubbadhaa
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
    • b Caaffata Qulqullaa’oo keessatti, jechi “xuraa’ummaa” jedhu, gochawwan cubbuu ta’an hedduu kan dabalatudha. Xuraa’ummaan hundi koree firdiitiin kan ilaalamu ta’uu baatus, namni tokko gocha xuraa’ummaa ulfaataa raawwatee yoo qalbii geddarachuu dide gumii keessaa baafamuu danda’a.—2 Qorontos 12:21; Efesoon 4:19; mataduree “Gaaffii Dubbistootaa” jedhuufi Masaraa Eegumsaa Adoolessa 15, 2006⁠rra jiru ilaali. (Amaariffa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi