LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Balaawwan Uumamaa Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • 1 Pheexiros 5:6, 7: “Harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa; . . . inni isiniif waan yaaduuf yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”

      Hiika isaa: Waaqayyo baayʼee nuuf yaada, akkasumas waaʼee wantoota nu dhiphisanii kadhannaadhaan akka isatti himannu barbaada.

  • Duʼuun Barbaada—Waaʼee Of Ajjeesuu Yaadaan Jira Yoo Taʼe Gama Kanaan Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu Dandaʼaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
      • Kitaabni Qulqulluun maal jedha? “Inni isiniif waan yaaduuf yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”—1 Pheexiros 5:7.

        Hiika isaa: Waaqayyo wanta sitti dhagaʼamuu fi wanta si yaaddessu kamiyyuu ifatti akka isatti himtu si affeera.

        Waaqayyo nagaa keessaa fi jabina haala keessa jirtu dandamachuuf si gargaaru siif kennuu dandaʼa. (Filiphisiyus 4:6, 7, 13) Karaa kanaan, namoota garaa qajeelaadhaan gargaarsa argachuuf gara isaatti kadhannaa dhiheessan ni gargaara.—Faarfannaa 55:22.

        Namichi yaada of ajjeesuu wajjin walʼaansoo gochaa jiru tokko, teessuma paarkii keessa jiru irra taaʼee Kitaaba Qulqulluu banamaa qabatee xiinxalaa jira
Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi