LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isa Jabaatee Dhaabbate Sana Akka Gaariitti Yaadaa
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
    • ‘Faana Isaa Dhiheenyatti Hordofi’

      20, 21. Yihowaan maal nurraa eega? Murtoon keenyahoo maal taʼuu qaba?

      20 Yesuus duuka buutuusaa taʼuun salphaa akka hin taanee fi jabaatanii dhaabbachuu akka gaafatu beeka. (Yohaannis 15:20) Fedhiisaatiin rakkina keessatti jabaatee dhaabbateera; fakkeenyisaa warra kaan akka jabeessus beeka. (Yohaannis 16:33) Yesuus mudaa waan hin qabneef guutummaatti jabaatee dhaabbateera; nuti garuu mudaa qabna. Maarree, Yihowaan maal nurraa eega? Pheexiros, “Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif taʼuudhaan isiniif jedhee dhiphateera” jedheera. (1 Pheexiros 2:21) Yesuus akkaataa qorumsa itti dandamateen “fakkeenya” nuu taʼeera.a Seenaan inni jabaatee dhaabbachuudhaan galmeessise “faana” isaa ykn bakka miillisaa ejjetee wajjin wal fakkeeffamuu dandaʼa. Faanasaa guutummaatti hordofuu hin dandeenyu; garuu “dhiheenyatti” hordofuu ni dandeenya.

  • Isa Jabaatee Dhaabbate Sana Akka Gaariitti Yaadaa
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
    • a Jechi afaan Giriikii “fakkeenya” jedhamee hiikame kallattiidhaan, “barreeffama garagalfamu” jechuudha. Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii keessatti jecha kanatti kan fayyadame Pheexiros ergamaa qofadha; jechi kun “wanta barsiisaan dabtara daaʼimmaniirratti barreessu argisiisa; daaʼimni tokkos hamma isaaf dandaʼame wanta barreeffame sana fakkeessee barreessuuf yaala.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi