-
‘Diinota Keenya Jaallachuu’ Jechuun Maal Jechuudha?Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
-
-
‘Warra isin abaaran eebbisaa.’ (Luqaas 6:28) Diinonni keenya yeroo wanta sirrii hin taane dubbatanillee karaa gaarummaa qabuu fi akka isaaniif yaadnu argisiisuun dubbachuudhaan isaan eebbisna. Kitaabni Qulqulluun, “Arrabsoo arrabsoodhaan hin deebisinaa. Kanaa mannaa deebisaa eebbisaa” jedha. (1 Pheexiros 3:9) Gorsi kun jibbi akka itti hin fufne gochuuf nu gargaaruu dandaʼa.
-