LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 32
  • Jabaadhaa, Hin Socho’inaa!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jabaadhaa, Hin Socho’inaa!
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jabaadhaa Dhaabbadhaa, hin Sochoʼinaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Amanamummaadhaan Deddeebiʼuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Amanamummaadhaan Deddeebi’uu
    Yihowaa Faarfadhaa
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 32

Faarfannaa 32

Jabaadhaa, Hin Socho’inaa!

(1 Qorontos 15:⁠58)

1. Saboonni baay’ee jeeqamaniiru.

Hundi garmalee sodaataniiru.

Nuti jabaannee dhaabachuu qabnaa,

Cimnee Waaqaaf hojjennaa.

(WALLEE)

Haa dhaabannu jabaannee;

Biyya lafaa fagaannee,

Dhugaasaa soorannee

Isaaf amanamnee.

2. Kiyyoof gufuu qaba adduunyaan kun.

Ni moona jabaannee dhaabachuudhaan.

Dhugaa Waaqayyootti yoo qabamne,

Beekna akka nun ganne.

(WALLEE)

Haa dhaabannu jabaannee;

Biyya lafaa fagaannee,

Dhugaasaa soorannee

Isaaf amanamnee.

3. Garaadhaa Yihowaa waaqeffadhaa.

Tajaajilasaarratti hirmaadhaa.

Misiraachoo labsuu itti fufaa.

Lallabni kun ni hafaa.

(WALLEE)

Haa dhaabannu jabaannee;

Biyya lafaa fagaannee,

Dhugaasaa soorannee

Isaaf amanamnee.

(Dabalataan Luq. 21:9; 1 Phe. 4:7 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi