LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 13
  • Kadhannaa Galataa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kadhannaa Galataa
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kadhannaa Galataa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaan Bulchuu Jalqabe
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Yihowaan Bulchuu Jalqabe
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaa, Waaqa Guddaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 13

Faarfannaa 13

Kadhannaa Galataa

(Faarfannaa 95:⁠2)

1. Yihowaa galata sii galchinaa

Yaa gooftaa guddaa sitti iyyannaa,

Kadhata dhageessa, siif sagannaa.

Eegumsakee jala of galchinaa.

Cubbamoo waan taaneef ni yakkinaa;

Balleessaa keenya nuu dhiisi jennaa.

Dhiiga Ilmakeetiin bitamneerraa.

Amma barachuu barbaanna sirraa.

2. Warri qajeelfamaaf iifakeettii

Afeerte haa gammadan dhugaattii.

Dubbii keetiin geggeeffamuu feenaa.

Manakee jiraachuutti gammannaa.

Sodaachisaadha humnikee guddaan,

Hojjettootakee dhaaba jabinaan.

Waaqa nagaa Mootummaakee fidii.

Nuuf argamsiisa jireenyaaf abdii.

3. Nu gammachiisa xiyyeeffannaankee;

Lafa haa guutu waaqeffannaankee.

Mootummichi eebbakee nuu fidaa,

Hambisa dhibee du’aa fi gaddaa.

Ilmikee hamoota ni balleessaa;

Sabnikee gammachuudhaan si faarsaa.

“Galanni Mootii keenyaaf haa ta’uu”

Jennee gammachuudhaan haa faarfannuu.

(Dabalataan Far. 65:​2, 4, 11; Filp. 4:6 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi