LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 25
  • Mallattoo Duuka Buutuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mallattoo Duuka Buutuu
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waaqayyo Jaalala”
    Yihowaa Faarfadhaa
  • “Waaqayyo Jaalala Dha”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Hojii fi Dhugaadhaan Wal Jaallachuu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Jaalala Isa Yoomiyyuu Hin Badne Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 25

Faarfannaa 25

Mallattoo Duuka Buutuu

(Yohannis 13:​34, 35)

1. Warri taanee Kiristiiyaanaa

Seera abboomamnuuf qabnaa.

Seerri kun hundarra ni caalaa;

Kiristos qaba jaalalaa.

Nuyis ni deemna karaasaarraa;

Lubbuusaa aarsaa godheeraa.

Fakkeenya hordofnu nuu kaa’eeraa;

Bartoota isaa taaneerraa.

2. Jaalalli hin kufu tasumaa

Warra dadhaboodhaaf dhimma.

Jaalala argisiisuu qabna,

Tajaajilatti bobbaanaa.

Jaalalli kun baay’ee addadhaa

Halagaallee tokko godhaa.

Akka wal jaallannu hin shakkinuu;

Kanumaan itti haa fufnuu.

(Dabalataan Rom. 13:8; 1 Qor. 13:8; Yaq. 2:8; 1 Yoh. 4:​10, 11 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi