LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 42
  • ‘Dadhaboota Gargaaraa’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Dadhaboota Gargaaraa’
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Warra Dadhaboo Gargaaraa’
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Ani Yeroon Dadhabu Yeroo Sanatti Humna Qaba”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Dadhabina Namootaatiif Ilaalcha Akka Yihowaa Qabduu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Kadhannaa Nama Miirri Isaa Miidhamee
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 42

Faarfannaa 42

‘Dadhaboota Gargaaraa’

(Hojii Ergamootaa 20:⁠35)

1. Nu hundi dadhaboodha,

Rakkina qabnaa.

Ta’us, Yihowaan qaba,

Gara laafinaa.

Inni namaaf na’aa,

Jaalala nuuf qabaa.

Jaalala akkasiitiin,

Fakkaanna Abbaa.

2. Phaawulos ‘Dadhaboo faanan,

Dadhaba’ jedhee.

Dhiiga Yesustuu nuunis

Walaba godhee.

Yihowaan gaariidha.

Dadhaboo jabeessaa.

Yaaddoosaanii hubannee,

Qabaannaaf obsaa.

3. Isaaniin hin ceephaanu,

Gaarii haa taanuu

Isaan jajjabeesuudhaaf,

Yaalii haa goonuu.

Dhimminee cimsina;

Isaan ni gargaarraa.

Humna guddaa argatu.

Isaan deggerraa.

(Dabalataan Isa. 35:​3, 4; 2 Qor. 11:29; Gal. 6:2 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi