LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 34
  • Akka Maqaa Keenyaatti Jiraachuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akka Maqaa Keenyaatti Jiraachuu
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akka Maqaa Keenyaatti Jiraachuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Hojii Jaalalaan Hojjenne
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • ‘Gaarummaa Waaqayyoo Miʼeeffadhaa Ilaalaa’
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mootummicha Lallabuu Keessan Itti Fufaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 34

Faarfannaa 34

Akka Maqaa Keenyaatti Jiraachuu

(Isaayaas 43:​10-12)

1. Waaqa Olaanaa, kan dandeessu hundaa,

Firdii, humnaaf jaalalliikee guddaa.

Madda dhugaafi ogummaa hundaatii,

Hundumaa ol argamtaa samiittii.

Sabnikee si tajaajiluun gammannaa;

Mootummaakee labsuu ni jaallannaa.

(WALLEE)

Dhugaa Baatuukee ta’uun waan guddaadha.

Kana haa raawwannu yeroo hundaa!

2. Tajaajilakeetti waliin hojjechuun

Tokko godha jaalalaaf nagaadhaan.

Dhugaa barsiisnee ulfinakee ibsuun

Nu gammachiisa ol ol si gochuun.

Yihowaa Abbaa, maqaakeen waamamuun,

Nuuf ulfinaa waa’eekee beeksisuun.

(WALLEE)

Dhugaa Baatuukee ta’uun waanguddaadha.

Kana haa raawwannu yeroo hundaa!

(Dabalataan Kes. 32:4; Far. 43:3; Dan. 2:​20, 21 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi