LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 33
  • Isaan Hin Sodaatinaa!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Isaan Hin Sodaatinaa!
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Isaan hin Sodaatinaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 33

Faarfannaa 33

Isaan Hin Sodaatinaa!

(Maatewos 10:⁠28)

1. Sabakoo, deemaa fuuldurat,

Misiraachicha himaa.

Diinotan sodaatinaa.

Jaalleewwan dhugaa waamaa.

Ilmi kiyya mootii ta’ee,

Diinicha gad darbeeraa,

Dhihootti Seexana hidhee,

Miidhamtoota baraaraa.

(WALLEE)

Sabakoo, hin sodaatinaa,

Doorsisa isaaniittii.

Hojjettootakoo nan eegaa

Akka agartuu koottii.

2. Yoo isin sodaachisanis,

Diinonni keessan baay’een

Isin gowwoomsuuf jecha,

Yoo isin sossobanis.

Loltoonnikoo amanamoon,

Mormii hin sodaatiinaa,

Hanga dhumaan isin eega

Anumaaf amanamaa.

(WALLEE)

Sabakoo, hin sodaatinaa,

Doorsisa isaaniittii.

Hojjettootakoo nan eegaa

Akka agartuu koottii.

3. Matumaa hin sodaatinaa;

Ani da’oo keessanii.

Utuuma duutanillee,

Du’a nan mo’aa anii.

Warra lubbuu hin ajjeesneef,

Matumaa hin na’inaa.

Jabaadhaa hamma dhumaattii!

Ni milkooftun shakkinaa.

(WALLEE)

Sabakoo, hin sodaatinaa,

Doorsisa isaaniittii.

Hojjettootakoo nan eegaa

Akka agartuu koottii.

(Dabalataan Kes. 32:10; Nah. 4:14; Far. 59:1; 83:​2, 3 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi