LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 7
  • Of Murteessuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Of Murteessuu
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Of Murteessuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaadhaaf Kan Of Murteessitu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Waaqa Keenya Yihowaa Jajadhaa!
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Waaqa Keenya Yihowaa Jajadhaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 7

Faarfannaa 7

Of Murteessuu

(Ibroota 10:​7, 9)

1. Uumama cufa ‘sa guddaa

Waan uumeef Yihowaan,

Hundi hojii harkasaati,

Laftis ta’ee samiin.

Jireenya kan kennes isaa

Hundas kan uumesaa

Galanni isaaf ta’uu qaba,

Kan waaqeffatamuusaa.

2. Yesus bishaaniin cuuphamee

Qajeelummaa gochuuf.

Kadhannaadhaan of murteesse,

Fedha ‘Waaqaa guutuuf.’

Ilma dibame ta’uudhaan

Yordaanosii ba’ee,

Amanamummaan abboomamuuf

Tajaajiltuusaa ta’ee.

3. Yihowaa sitti dhihaanna,

Maqaakee faarfachuuf.

Gad of qabnee of ganuudhaan

Siifis of murteessuuf.

Tokkicha ilmakee laatte,

Innis nuuf in du’ee.

Duunus jiraannus nuu kan keeti,

Kan oofii ta’uun ga’ee.

(Dabalataan Mat. 16:24; Mar. 8:​34; Luq. 9:​23 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi