LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 30
  • Yihowaan Bulchuu Jalqabe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Bulchuu Jalqabe
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Bulchuu Jalqabe
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Hundumaa Dura Mootummicha Barbaadaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Duraan Dursanii Mootummaa Waaqayyoo Barbaaduu
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Fayyina Argachuuf Waaqayyoon Barbaaddadhaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 30

Faarfannaa 30

Yihowaan Bulchuu Jalqabe

(Mul’ata 11:⁠15)

1. Yeroon keenya addadhaa. Waaqayyo bulchaa jiiraa.

Xiyooniin kaa’e Dhagaa bu’uuraa.

Tokkummaan haa faarfannuu. Yihowaa haa jajannuu.

Kiristos aangoo qabate haa gammannuu.

(WALLEE)

Maal fida Mootummaan Yihowaa?

Dhugaadhaafi qajeelummaa.

Maal fida Mootummaan Yihowaa?

Jireenyaafi badhaadhummaa.

Yihowaa keenya jajadhaa

Inni amanamaadhaa.

2. Armaagedoon dhihaatee, Kiristos Mootii ta’ee.

Sirni Seexanaa baduunsaa ga’ee.

Amma lallabuu qabnaa. Haa dhaga’an namoonni.

Garraamonni tarkaanfii haa fudhatanii.

(WALLEE)

Maal fida Mootummaan Yihowaa?

Dhugaadhaafi qajeelummaa.

Maal fida Mootummaan Yihowaa?

Jireenyaafi badhaadhummaa.

Yihowaa keenya jajadhaa

Inni amanamaadhaa.

3.Bulchaa keenya faarfannaa. Isatti ni gammannaa.

Mootii keenya kanaaf nii sagannaa.

Manasaattii ol gallaa; araarasaa kadhannaa.

Yeroon bulchiinsasaa dhihaateera beeknaa.

(WALLEE)

Maal fida Mootummaan Yihowaa?

Dhugaadhaafi qajeelummaa.

Maal fida Mootummaan Yihowaa?

Jireenyaafi badhaadhummaa.

Yihowaa keenya jajadhaa

Inni amanamaadhaa.

(Dabalataan 2 Sam. 7:​22; Dan. 2:​44; Mul. 7:​15 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi