LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 47
  • Misiraachicha Labsaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Misiraachicha Labsaa
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Misiraachicha Labsaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Qabeenya Adda Taʼe
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Qabeenya Adda Taʼe
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • “Misiraachoo”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 47

Faarfannaa 47

Misiraachicha Labsaa

(Mul’ata 14:​6, 7)

1. Dhugaan Mootummichaa dhoksaa ta’ee turee.

Amma Sanyicha abdachiifamees barree.

Yihowaan garalaafessa waan nuu ta’eef

Balaa cubbuun geessise huubatee namaaf.

Ilmisaa lafa akka bulchus murteessee;

Yeroo ofii yaade Mootummicha hundeesse.

Ilmasaatiifis misirroo ni qopheesse,

Karra xinnayyoof ulfina argamsiise.

2. Misiraachoon kun duriis lallabameeraa.

Waaqni ammas beeksisaa nuun jechaa jiraa.

Ergamoonnis nuu wajjin lallabaa jiruu,

Dhugaa Mootummichaa labsuu nu gargaaruu.

Hojiifi ulfina guddaa arganneerraa.

Maqaasaa kabajuufi jajuuf fo’amneerraa.

Misiraachoo barabaraa lallabuudhaan

Mirga arganne waamamuuf maqaasaatiin.

(Dabalataan Mar. 4:11; HoE. 5:31; 1 Qor. 2:​1, 7 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi