BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 5-8
Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture
Tiishirii Dh.K.D. 455
Nahimiyaan waaqeffannaa dhugaatiif akka walitti qabaman qajeelfama kan kenne yeroo kanatti taʼuu hin oolu
Sababii kanaan Gammachuu guddaatu taʼe
Mataawwan maatii akkamitti Seera Waaqayyoo guutummaatti hordofuu akka dandaʼan hubachuuf walitti qabaman
Namoonni Ayyaana Gordommaa isa gammachiisaa taʼe kabajuuf qophaaʼan