BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 9-11
Waaqeffattoonni Amanamoon Qophiiwwan Tiʼookraasii Ni Deggeru
Sai Waaqayyoo karaa adda addaa fedhiidhaan waaqeffannaa dhugaa bndeggeraniiru
Sabichi dursee qophaaʼuudhaan, karaa sirrii taʼeen Ayyaana Gordommaa kabajeera.
Sabichi Seerri Waaqayyoo yommuu dubbifamu dhaggeeffachuuf guyyaa guyyaadhaan walitti qabama ture; kunis gammachuu isaaf argamsiiseera.
Namoonni cubbuu isaanii himachaa, kadhachaa fi Yihowaan akka isaan eebbisu gaafachaa turan.
Sabichi qophiiwwan tiʼookraasii hunda deggeruuf walii gale.
Qophiiwwan tiʼookraasii deggeruu itti fufuun wantoota armaan gadii gochuu dabalata ture:
Nama Yihowaa waaqeffatu qofa hiriyaa gaaʼelaa godhachuu
Buusii qarshii gochuu
Buusii qarshii gochuu
Iddoo aarsaatiif qoraan dhiheessuu
Midhaan irraa isa duraa, horii qaban keessaas isa hangafa