LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 1 ful. 4-5
  • Waaqayyoon Dhaggeeffachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyoon Dhaggeeffachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kutaa 1
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Kitaaba Qulqulluu—Kitaaba Waaqayyo Biraa Dhufe
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Dhugaan Ammayyuu Gatii Guddaa Qabaa?
    Mata Dureewwan Dabalataa
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 1 ful. 4-5

KUTAA 1

Waaqayyoon Dhaggeeffachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Waaqayyo Macaafa Qulqulluutti fayyadamee nutti dubbata. 2 Ximotewos 3:16

Yihowaan teessoo isaa isa samiirra taa‵ee namoonni Macaafa Qulqulluu akka barreessan hafuura isaatiin geggeesseera

Waaqni dhugaan, namoonni kitaaba adda taʼe tokkorratti yaadasaa akka barreessan godheera. Kitaabni kunis Macaafa Qulqulluu jedhama. Macaafni kun, odeeffannoo Waaqayyo namoonni akka beekan barbaadu qabateera.

Waaqayyo wanta hunda caalaa nu fayyaduu dandaʼu kan beeku taʼuusaarrayyuu, ogummaa dhugaa nuu kenna. Atis Isa dhaggeeffachuudhaan ogeessa taʼuu dandeessa.—Fakkeenya 1:5.

Macaafa Qulqulluu afaanota hedduudhaan; namicha Macaafa Qulqulluu afaan isaatiin dubbisaa jiru

Waaqayyoo namni hundi Macaafa Qulqulluu akka dubbisu barbaada. Macaafni kun yeroo ammaatti afaan hedduudhaan argama.

Waaqayyoon dhaggeeffachuu yoo barbaadde, Macaafa Qulqulluu dubbisuufi yaadasaa hubachuu qabda.

Namoonni bakka hundaatti argaman Waaqayyoon dhaggeeffachaa jiru. Maatewos 28:19

Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko namicha tokkoof Macaafa Qulqulluu yeroo dubbisu, akkasumas yommuu qoʼachiisu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Macaafa Qulqulluu akka hubattu si gargaaruu dandaʼu.

Addunyaa marattis waaʼee Waaqayyoo dhugaasaa barsiisu.

Walgaʼii gumii Galma Walgaʼii Dhugaa Baatota Yihowaatti geggeeffamaa jiru

Barumsa kana barachuuf qarshii kaffaluun si hin barbaachisu. Galma Mootummaa Dhugaa Baatota Yihowaa naannoo keetti argamu dhaquudhaan waaʼee Waaqayyoo barachuu dandeessa.

  • Dubbiin Waaqayyoo dhugaadha.—Yohannis 17:17.

  • Waaqayyootti amanamuu kan qabnu maaliifi?—Lakkoobsa 23:19.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi