LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 52
  • Yaadakee Eeggadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaadakee Eeggadhu
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaada Keenya ni Eegganna
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajiluu Keessan Itti Fufaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • ‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabaadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Garaa Kee Qopheeffadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 52

Faarfannaa 52

Yaadakee Eeggadhu

(Fakkeenya 4:⁠23)

1. Yaadaaf lubbuukee eeggadhuu;

Cubbuurraa fagaadhuu.

Waaqni garaa namaa beeka;

Keessa keenya argaa.

Jal’aadha namni garaansaa

Karaarraa ‘sa maqsaa.

Kanaaf eeggadhu sammuukee,

Dhaga’ii Waaqakee.

2. Waaqni haa qoru garaakee

Ibsiif kadhannaakee.

Jajadhu galatas galchiif;

Yaaddoo qabduu ibsiif.

Waan Yihowaarraa barannu

Ittiin haa jiraannu.

Qabaadhu yaada ba’eessa,

Gammachiisi isa.

3. Yaadaaf sammuukee eeggadhuu;

Waan gaarii raawwadhuu.

Dubbichi si haa sirreessu

Si haa jajjabeessu

Qajeeloo jaallata Waaqni;

Kana hin shakkinii.

Gammachuudhaan ajajamiif

Jireenya argachuuf.

(Dabalataan Far. 34:1; Filp. 4:8; 1 Phe. 3:4 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi