LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 3
  • ‘Kottaa Gara Tulluu Waaqayyootti Ol In Baanaa!’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Kottaa Gara Tulluu Waaqayyootti Ol In Baanaa!’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Tokkummaan Waaqeffannaa Yeroo Keenyatti Argamu Hiika Maalii Qaba?
    Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu
  • Lafa Irratti Nagaan kan Dhufu Akkamitti?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 1-5

‘Kottaa Gara Tulluu Waaqayyootti Ol in Baanaa!’

2:2, 3

“Bara booddeetti”

Bara nuti amma keessa jiraachaa jirru

“Tulluu mana Waaqayyoo”

Waaqeffannaa qulqulluu Yihowaa isa ol ol godhame

“Sabni lafa irraa hundinuus gara isaatti in yaa’u”

Namoonni waaqeffannaa dhugaa fudhatan tokkummaadhaan walitti qabamu

“Kottaa gara tulluu Waaqayyootti ol in baanaa”

Waaqeffattoonni dhugaan warri kaan gara isaanii akka dhufan ni afeeru

‘Inni karaa isaa nu barsiisa, nutis daandii isaa irra ni adeemna’

Yihowaan karaa Dubbii isaa nu barsiisa, daandii isaa irras akka adeemnu nu gargaara

Namoonni gosa garaa garaa keessaa dhufan hedduun gara tulluu Waaqayyootti ol baʼaa jiru

2:4

‘Isaan deebiʼanii lola hin baran’

Isaayaas meeshaaleen waraanaa gara meeshaalee qonnaatti akka jijjiiraman yommuu dubbatu, sabni Yihowaa nagaa akka hordofan argisiisuu isaa ti. Meeshaawwan bara Isaayaasitti turan kunneen kan akkamiiti?

‘Billaa isaanii maarashaa godhu’

1 Maarashaan meeshaa lafa ittiin qotani dha. Maarashaan tokko tokko sibiila irraa hojjetama.—1Sam 13:20

‘Eeboo isaanii isa ittiin muka qeexxaʼan godhu’

2Meeshaan ittiin muka qeexxaʼan tarii meeshaa sibiila irraa hojjetamuu fi haamtuu fakkaatu kan qabannoo qabu argisiisa. Meeshaan kun muka wayinii wal qiqixxeessuuf kan gargaaru ture.—Isa 18:5

Billaa fi eeboo
Maarashaa fi meeshaa muka ittiin qeexxaʼan
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi