LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 13
  • Kiristoos, Fakkeenya Keenya

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kiristoos, Fakkeenya Keenya
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 1
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • ‘Faana Kiristoos Dhiheenyatti Hordofaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Ilma Yihowaa Isa Angafa Jajadhaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Kiristos Fakkeenya Nuu Ta’a
    Yihowaa Faarfadhaa
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 13

FAARFANNAA 13

Kiristoos, Fakkeenya Keenya

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(1 Pheexiros 2:21)

  1. 1. Ilmasaa Angafa,

    Namootaaf kennuudhaan,

    Jaalala addaa ibseera Yihowaan.

    Kiristoos mulʼate

    Namarraa dhalate;

    Fakkeenya taʼee Waaqa jajate.

  2. 2. ‘Dubbiin Abbaa kootii,

    Naaf buddeena’ jedhe.

    Ogeessa, beekaa, hubataa ʼsa godhe.

    Abbaasaaf hojjetaa,

    Nuuf fakkeenya taʼe;

    Waaqa gammachiisuutti gammade.

  3. 3. Nutis yeroo hunda

    Abbaa haa jajannu;

    Fakkeenya Yesuus kaaʼe haa hordofnu.

    Yihowaa biratti

    Akka jaallatamnu,

    Yoomiyyuu isa duukaa haa buunu.

(Dabalataan, Yoh. 8:29; Efe. 5:2; Filp. 2:5-7 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi