FAARFANNAA 123
Seera Tiʼookraasiitiif Bitamuu
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
	- 1. Waaʼee Mootummichaa sabni Yihowaa - Addunyaa maratti waan lallabaniif, - Seera tiʼookraasiif bitamuu qabu; - Amanamoo taʼuu fi tokkummaadhaaf. - (BUUSAA) - Amanamummaan Waaqaaf bitamuu - Akka qabnu beekna. - Inni nu eega, jaalalas qaba. - Isaaf ni amanamna. 
- 2. Waaqni nuu kenne bulchaaf hafuurasaa. - Kanaan yeroo hundumaa nu geggeessa. - Waaqa gammachiisna, cimnee dhaabbanna. - Amanamummaadhaan labsiisaa himna. - (BUUSAA) - Amanamummaan Waaqaaf bitamuu - Akka qabnu beekna. - Inni nu eega, jaalalas qaba. - Isaaf ni amanamna. 
(Dabalataan, Luq. 12:42; Ibr. 13:7, 17 ilaali.)