LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Guraandhala ful. 8
  • Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Yihowaa Jaallatan ‘Wanti Gufachiisu Hin Jiru’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Yesuusitti ni Gufattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Wanti Kam Iyyuu Qajeelota hin Gufachiisu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Yesuus Nama Gufachiisuu fi Cubbuu Ilaalchisee Gorsa Kenne
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Guraandhala ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 18-19

Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa

Yesuus nama gufachiisuunis taʼe ofii gufachuun cimaa akka taʼe barsiisuuf fakkeenyotatti fayyadameera.

18:6, 7

  • ‘Wanta gufachiisu’ kan jedhame gocha ykn haala namni tokko karaa dogoggoraa irra akka buʼu taasisu, gufachiisu ykn gama naamusaatiin akka kufu ykn cubbuu akka hojjetu godhu dha

  • Namni nama gufachiisu dhagaan daakuu morma isaatti hidhamee galaanaan yoo liqimfame isaaf wayya

Dhagaan daakuu harreedhaan yommuu naanneffamu; dhagaan daakuu morma nama tokkoo hidhamee yommuu galaanatti darbatamu

Dhagaa daakuu

18:8, 9

  • Yesuus duuka buutonni isaa nama gufachiisuu mannaa, waan gatii guddaa qabu kan akka harkaa ykn ijaa dhabuu akka isaaniif wayyu isaan gorseera

  • Wantoota kana qabaatanii Gahaannam isa fakkeenya bara baraaf balleeffamuu argisiisu keessatti baduu mannaa, wantoota gatii guddaa qaban kana dhabanii Mootummaa Waaqayyootti galuu wayya

Wanti jireenya koo keessatti gufannaadhaaf sababii taʼuu dandaʼu maali dha? Ofii koos taʼe warra kaan gufachiisuu irraa of qusachuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi