-
16-A Torban Xumuraa Jireenya Yesus Isa Lafarraa (Kutaa 1)Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru
-
-
16-A
Torban Xumuraa Jireenya Yesus Isa Lafarraa (Kutaa 1)
Niisaan 8 (Sanbata)
LIXA BIIFTUU Guyyaan Yihudootaa yeroo aduun lixxu jalqaba
Faasikaan gaʼuusaa guyyaa jaʼa dura Bitaaniyaa gaʼe
BAHA BIIFTUU
LIXA BIIFTUU
Niisaan 9
LIXA BIIFTUU
Siimoon isa lamxaaʼee wajjin nyaate
Maariyaam dibata urgooftuu Yesusitti dibde
Yihudoonni Yesusiifi Alaazaariin ilaaluu dhufan
BAHA BIIFTUU
Ulfinaan Yerusaalem seene
Mana qulqullummaa keessatti barsiise
LIXA BIIFTUU
Niisaan 10
LIXA BIIFTUU
Bitaaniyaa keessa bule
BAHA BIIFTUU
Bariidhaan gara Yerusaalem deeme
Mana qulqullummaa qulqulleesse
Yihowaan samiidhaa dubbate
LIXA BIIFTUU
Niisaan 11
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
Fakkeenyatti fayyadamee mana qulqullummaa keessatti barsiise
Fariisota balaaleffate
Buusii haadha hiyyeessaa tokkoo arge
Gaara Ejersaarratti Yerusaalem akka badduufi mallattoolee argamuusaa ibsan dubbate
LIXA BIIFTUU
-
-
16-B Torban Xumuraa Jireenya Yesus Isa Lafarraa (Kutaa 2)Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru
-
-
16-B
Torban Xumuraa Jireenya Yesus Isa Lafarraa (Kutaa 2)
Niisaan 12
LIXA BIIFTUU Guyyaan Yihudootaa yeroo aduun lixxu jalqaba
BAHA BIIFTUU
Bartootasaa wajjin boqote
Yihudaan dabarsee isa kennuuf haala mijeesse
LIXA BIIFTUU
Niisaan 13
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
Phexrosiifi Yohannis Ayyaana Faasikaa qopheessan
Yesuusiifi ergamoonnisaa kaan gara galgalaa achi gaʼan
LIXA BIIFTUU
Niisaan 14
LIXA BIIFTUU
Ergamootasaa wajjin Faasikaa nyaate
Miilla ergamootaa dhiqe
Yihudaa gadi baase
Irbaata Gooftaa hundeesse
Dhaaba Getesemaanee keessatti dabarfamee kenname, akkasumas ni qabame
Ergamoonnisaa ni baqatan
Mana Qayyaafaa keessatti Yaaʼii warra Yihudootaa duratti dhihaate
Phexros Yesusiin gane
BAHA BIIFTUU
Ammas yaaʼii warra Yihudootaa duratti dhihaate
Gara Philaaxositti, achii gara Herodisitti, achiimmoo deebiʼee Philaaxositti geeffame
Duʼi itti faradamee Golgootaatti ajjeefame
Waaree booda naannoo saʼaatii sagaliitti duʼe
Reeffisaa fannoorraa buʼee awwaalame
LIXA BIIFTUU
Niisaan 15 (Sanbata)
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
Philaaxos awwaalli Yesus akka eegamu heyyame
LIXA BIIFTUU
Niisaan 16
LIXA BIIFTUU
Dhagna Yesuusitti dibuuf urgooftuu dabalataa bitan
BAHA BIIFTUU
Duʼaa kaafame
Bartootasaatti mulʼate
LIXA BIIFTUU
-