FAARFANNAA 118
“Amantii Keenya Nuu Guddisi”
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
	- 1. Yaa Yihowaa cubbamoota waan taaneef, - Garaan keenya fedhii hamaa qaba. - Cubbuun salphaatti nu sakaalu jira, - Garaan keenya sittʼ amantii dhaba. - (BUUSAA) - Yaa Yihowaa nuu guddisi amantaa; - Hamma nutti hirʼate ni beekta. - Dubbiif gochaan akka si kabajnutti, - Adaraa nuuf guddisi amantii. 
- 2. Amantii dhabnaan si hin gammachiisnu. - Akka nu kiistu amanuu qabna. - Hin sodaannu yeroo gara fuulduraa. - Amantiin nu eega nuuf gaachana. - (BUUSAA) - Yaa Yihowaa nuu guddisi amantaa; - Hamma nutti hirʼate ni beekta. - Dubbiif gochaan akka si kabajnutti, - Adaraa nuuf guddisi amantii. 
(Dabalataan, Uma. 8:21; Ibr. 11:6; 12:1 ilaali.)