LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 119
  • Amantii Qabaachuu Qabna

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amantii Qabaachuu Qabna
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Amantaa Qabaachuu Qabna
    Yihowaa Faarfadhaa
  • “Amantii Keenya Nuuf Guddisi”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Amantii waadaawwan yihowaan gale irratti qabdan hojiidhaan argisiisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Amantiidhaan
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 119

FAARFANNAA 119

Amantii Qabaachuu Qabna

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Ibroota 10:38, 39)

  1. 1. Namatti dubbachaa ture Waaqni

    Karaa raajotasaa durii.

    Harʼas Ilmasaatti fayyadamee,

    Jedha ‘Qalbii jijjiiri.’

    (BUUSAA)

    Qabnaa ree amantii dhugaa?

    Cimaa haa deemu dabalaa.

    Ni mulʼataa ree hojiidhaan?

    Amantiidhaan badiisarraa oolla.

  2. 2. Ajaja Yesuus akka lallabnuuf

    Nuu kenneef ni ajajamna.

    Sodaa malee ergaa kana himna;

    Abdicha maaf dhoksina.

    (BUUSAA)

    Qabnaa ree amantii dhugaa?

    Cimaa haa deemu dabalaa.

    Ni mulʼataa ree hojiidhaan?

    Amantiidhaan badiisarraa oolla.

  3. 3. Jabaa dha amantiin nuti qabnu;

    Sodaannee duubattiʼn jennu.

    Waaqattʼ amanamuun nu gargaara;

    Fayyinni dhihaateera.

    (BUUSAA)

    Qabnaa ree amantii dhugaa?

    Cimaa haa deemu dabalaa.

    Ni mulʼataa ree hojiidhaan?

    Amantiidhaan badiisarraa oolla.

(Dabalataan, Rom. 10:10; Efe. 3:12; Ibr. 11:6; 1 Yoh. 5:4 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi