LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 31
  • Waaqayyoo Wajjin Deddeebiʼi

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyoo Wajjin Deddeebiʼi
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyoo Wajjin Deddeebi’i!
    Yihowaa Faarfadhaa
  • ‘Wantoota Caalaatti Barbaachisan Beekaa’
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Guyyaa Guyyaadhaan Yihowaa Wajjin Deddeebiʼuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaa Irraa Barachuu Qabna
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 31

FAARFANNAA 31

Waaqayyoo Wajjin Deddeebiʼi

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Miikiyaas 6:8)

  1. 1. Waaqaa wajjin deddeebiʼi,

    Jaalalaaf gad of qabuun.

    Yihowaatti maxxanii jiraadhu,

    Humnasaatiin jabaadhu.

    Dubbiisaa jabeessii qabadhu,

    Karaarraa hin gortu.

    Dhaggeeffadhu, ajajami;

    Harka Yihowaa qabi.

  2. 2. Waaqaa wajjin deddeebiʼi;

    Waan qulqulluurrattʼ yaadi.

    Qorumsi yoo sitti baayʼatellee,

    Si dandeessisa inni.

    Wanta galateeffamu hunda,

    Kan dhugaa taʼani,

    Yaaduu kee yoo itti fufte,

    Sii wajjin taʼa Waaqni.

  3. 3. Waaqaa wajjin deddeebiʼi;

    Michuu kee ti, gammadi.

    Galateeffadhu kennaasaa hundaaf,

    Eebba dhuma hin qabneef.

    Yihowaa wajjin deddeebiʼi;

    Faarfadhu gammadi.

    Haa mulʼatu gammachuun kee,

    Ati kan Yihowaa ti.

(Dabalataan, Uma. 5:24; 6:9; Filp. 4:8; 1 Xim. 6:6-8 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi