LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 140-141
  • Mana Qulqullummaa Adda Addaa, Barumsa Adda Addaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mana Qulqullummaa Adda Addaa, Barumsa Adda Addaa
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mana Qulqullummaa Hisqiʼel Mulʼataan Arge:
  • Mana Qulqullummaa Hafuuraa Isa Guddaa:
  • Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • ‘Waaʼee Mana Qulqullummaa Ibsi’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • “Seerri Mana Qulqullummaa Kana Dha”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Barumsawwan Sirreeffamni Irratti Godhame
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 140-141
Fakkiiwwan: 1. Beeladoota mana qulqullummaa mulʼataan argame sana keessatti aarsaa taʼanii dhihaatan. 2. Yesuus muka dhiphinaa irratti fannifamee jira.

SAANDUQA 13A

Mana Qulqullummaa Adda Addaa, Barumsa Adda Addaa

Mana Qulqullummaa Hisqiʼel Mulʼataan Arge:

  • Hisqiʼel Yihudoota boojiʼamanii Baabilon keessa jiraniif ibseera

  • Iddoo aarsaa aarsaawwan hedduun irratti dhihaatan qaba

  • Ulaagaalee qajeelinaa Yihowaan waaqeffannaadhaaf baase addeessa

  • Haaromsa hafuuraa bara 1919⁠tti jalqabe irratti akka xiyyeeffannu godha

Mana Qulqullummaa Hafuuraa Isa Guddaa:

  • Phaawulos Kiristiyaanota Ibrootaatiif ibseera

  • Iddoo aarsaa aarsaan tokko qofti “yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha” irratti dhihaatu qaba (Ibr. 10:10)

  • Dhugaa hafuuraa godoo qulqulluunii fi manni qulqullummaan yeroo dheeraadhaaf argisiisaa turan, jechuunis qophii Yihowaan aarsaa furii Yesuus Kiristoos irratti hundaaʼuudhaan waaqeffannaa qulqulluutiif godhe ibsa

  • Hojii Kiristoos Dh.K.B. bara 29 hanga 33⁠tti Luba Ol Aanaa Isa Guddaa taʼuudhaan raawwate irratti akka xiyyeeffannu godha

Gara boqonnaa 13, keeyyata 7-14tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi