FAARFANNAA 35
‘Wantoota Caalaatti Barbaachisan Beekaa’
- 1. Baayʼee barbaachisaa dha hubannaan, - Waan dhugaa addaan baasuun, - Wanta caalaatti barbaachisu - Kam akka raawwannu beekuun! - (BUUSAA) - Hamaa jibbi; gaarii jaallu. - Yihowaatti - Akka tolu; wanta barbaachisaa - Hubachuu fi beekuun, - Raawwachuun nama kiisa! 
- 2. Misiraachoo himuu maaltu caala, - Kan dheebotan waamuurra? - Daandii Waaqaa akka filatan - Gargaarra isaan affeerra. - (BUUSAA) - Hamaa jibbi; gaarii jaallu. - Yihowaatti - Akka tolu; wanta barbaachisaa - Hubachuu fi beekuun, - Raawwachuun nama kiisa! 
- 3. Wanta barbaachisuuf ni dhimmina, - Gammachuu dhugaa ʼrganna. - Nagaan hin dandeenye hubatamuu - Nuuf eega garaaf sammuu. - (BUUSAA) - Hamaa jibbi; gaarii jaallu. - Yihowaatti - Akka tolu; wanta barbaachisaa - Hubachuu fi beekuun, - Raawwachuun nama kiisa! 
(Dabalataan, Far. 97:10; Yoh. 21:15-17; Filp. 4:7 ilaali.)