FAARFANNAA 57
Akaakuu Namootaa Hundumaaf Lallabuu
- 1. Wal hin caalchisu Yihowaan nama; - Nutis isa fakkaachuu barbaanna. - Nama hunda fayyisuu barbaada; - Nama akkamiiyyuu ni simata. - (BUUSAA) - Nama dha kan barbaannu; - Fuula ʼlaallee hin loognu. - Ergaa Yihowaa himna hundatti. - Warra kaaniif waan yaannuuf, - Eessattuu ni lallabna, - “Michuusaa taʼuu dandeessu” jenna. 
- 2. Eessayyuu yoo taʼe kan jiraatan, - Jalqaba maaliyyuu yoo fakkaatan, - Iddoo guddaa kan qabu garaa dha; - Yihowaan keessasaanii barbaada. - (BUUSAA) - Nama dha kan barbaannu; - Fuula ʼlaallee hin loognu. - Ergaa Yihowaa himna hundatti. - Warra kaaniif waan yaannuuf, - Eessattuu ni lallabna, - “Michuusaa taʼuu dandeessu” jenna. 
- 3. Nama kutaa addunyaa hin taane, - Yihowaan gammachuudhaan simata. - Kana beekna, himuus ni barbaanna; - Lallabuudhaan beeksisna namoota. - (BUUSAA) - Nama dha kan barbaannu; - Fuula ʼlaallee hin loognu. - Ergaa Yihowaa himna hundatti. - Warra kaaniif waan yaannuuf, - Eessattuu ni lallabna, - “Michuusaa taʼuu dandeessu” jenna. 
(Dabalataan, Yoh. 12:32; HoE. 10:34; 1 Xim. 4:10; Tit. 2:11 ilaali.)