LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mrt mataduree 5
  • Sagantaa Kitaaba Qulqulluu Dubbisuuf Gargaaru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Kitaaba Qulqulluu Dubbisuuf Gargaaru
  • Mata Dureewwan Dabalataa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Irra Deebii Kutaa 1ffaa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Keerraa Caalaatti Fayyadami
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Ergan Cuuphamee Booda Maal Gochuun Qaba?—Kutaa 1: Sochii Gootu Itti Fufi
    Gaaffii Dargaggootaa
Mata Dureewwan Dabalataa
mrt mataduree 5
Dubartiin takka sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu jw.org irraa yommuu ilaaltu

Sagantaa Kitaaba Qulqulluu Dubbisuuf Gargaaru

Kitaabni Qulqulluu ogummaa baayʼee gaarii jireenyaaf fayyadu qabateera. Yeroo hunda kan dubbistuu fi irratti kan xiinxaltu, akkasumas hojii irra oolchuuf kan carraaqxu yoo taʼe ‘karaan kee siif qajeela.’ (Iyaasuu 1:8; Faarfannaa 1:1-3) Kana malees, Waaqayyoo fi Ilma isaa Yesuus beekuu ni dandeessa; beekumsi kun immoo fayyina siif argamsiisa.—Yohaannis 17:3.

Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

Kitaabota Kitaaba Qulqulluu duraa duuba akkamiitiin dubbisuu qabda? Filannoowwan garaa garaa qabda. Sagantaan Kitaaba Qulqulluu dubbisuuf gargaaru kun duraa duuba kitaabotaatiin ykn mata duree mata dureedhaan dubbisuuf si gargaara. Fakkeenyaaf, walitti dhufeenya Waaqni saba Israaʼel bara durii turee wajjin qabu beekuuf kutaawwan muraasa filataman dubbisuu dandeessa. Gumiin Kiristiyaanaa jaarraa jalqabaatti ture akkamitti akka hundeeffamee fi guddinaa akkamii akka argisiise beekuuf immoo kutaawwan filataman kan biroo dubbisuu dandeessa. Boqonnaawwan guyyaa tokkoof ramadaman yoo dubbiste, waggaa tokko keessatti Kitaaba Qulqulluu dubbistee fixuu dandeessa.

Sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu guyyaa guyyaadhaaf taʼu, waggaa tokkoof taʼu ykn namoota haaraa jalqabaniif taʼu yoo barbaadde sagantaan kun si gargaaruu dandaʼa. Sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu maxxanfamuu dandaʼu kana garagalfadhuutii, harʼumaa dubbisuu eegali.

Garagalfadhu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi