LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 94
  • Dubbii Waaqayyootiif ni Galateeffanna

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dubbii Waaqayyootiif ni Galateeffanna
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waan Hundumaatiif Galateeffadhaa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Caaffanni Qulqullaa’oon​—⁠Hafuura Waaqayyootiin Barreeffaman
    Yihowaa Faarfadhaa
  • “Jaalala Isa Dur Qabda Turte” Hin Dhiisin
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • ‘Dubbii Waaqayyoo Barsiisuu’
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 94

FAARFANNAA 94

Dubbii Waaqayyootiif ni Galateeffanna

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Filiphisiyus 2:16)

  1. 1. Yihowaa, Dubbii kee qabaachuu keenyaaf,

    Galata qabnu ibsuu barbaanna siif.

    Hafuuraan barreeffame;

    Nu baase bilisa.

    Beekumsa nuu kenna, dhugaa barsiisa.

  2. 2. Dubbiin kee humna qaba tuquuf garaa.

    Gargar nuu baasa lubbuu fi hafuura.

    Seerawwan kee qulqulluu,

    Murtiin kees dhugaa dha.

    Dubbiin kee nu geggeessa karaa hunda.

  3. 3. Ilmaan namootaa hawwata Dubbiin kee;

    Akkuma keenya turan raajonni kee.

    Waan dhageenyett’ amanna

    Maaloo nu gargaari.

    Galatoomi, nuu laatte Dubbii gaarii!

(Dabalataan, Far. 19:9; 119:16, 162; 2 Xim. 3:16; Yaq. 5:17; 2 Phe. 1:21 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi