LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 2178-2179
  • B14-B Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • B14-B Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa Keessatti
  • Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii Keessatti
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
B14-B Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa

B14-B

Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa Keessatti

Geeraa (sheeqilii 1⁄ 20)

0.57 g

geeraa 10 = beekaa 1

Beekaa

5.7 g

beekaa 2 = sheeqilii 1

Fiimii

7.8 g

fiimii 1 = sheeqilii 2⁄ 3

Sheeqilii, safartuu ulfaatinaa Ibrootaa isa beekamaa

Safartuu Sheeqilii

Sheeqilii

11.4 g

sheeqilii 50 = miinaa 1

Miinaa

570 g

miinaa 60 = taalaantii1

Taalaantii

34.2 kg

Daarikii

Daarikii (kan Faarsi, warqii)

8.4 g

Izraa 8:27

Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii Keessatti

Leeptaa

Leptaa (kan Yihudotaa, sibiila diimaa ykn nahaasii)

kuwaadraansii 1⁄ 2

Luqaas 21:2

Kuwaadraansii

Kuwaadraansii (kan Roomaa, sibiila diimaa ykn nahaasii)

leptaa 2

Maatewos 5:26

Assaariyonii

Assaariyonii (kan Roomaa fi bulchiinsawwan ishii, sibiila diimaa ykn nahaasii)

kuwaadraansii 4

Maatewos 10:29

Dinaaree

Dinaaree (kan Roomaa, meetii)

kuwaadraansii 64

3.85 g

Maatewos 20:10

= Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12)

Diraakmaa

Diraakmaa (kan Giriikii, meetii)

3.4 g

Luqaas 15:8

= Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12)

Daaydiraakmaa

Daaydiraakmaa (kan Giriikii, meetii)

diraakmaa 2

6.8 g

Maatewos 17:24

= Mindaa Guyyaa 2

Teetiraadiraakmaa Anxookiyaa fi teetiraadiraakmaa Xiiros

Teetiraadiraakmaa Anxokiyaa

Teetiraadiraakmaa Xiiros (Sheeqilii meetii Xiiros)

Teetiraadiraakmaa (kan Giriikii, meetii; istaatarii meetii jedhamees ni waamama)

diraakmaa 4

13.6 g

Maatewos 17:27

= Mindaa Guyyaa 4

Tuullaa diraakmaa, 100n isaanii miinaa tokko taʼa

Miinaa

diraakmaa 100

340 g

Luqaas 19:13

= mindaa gara guyyaa 100

Tuullaa saantima meetii taalaantii tokko bakka buʼu

Taalaantii

miinaa 60

20.4 kg

Maatewos 18:24

Mulʼata 16:21

= mindaa gara waggaa 20

Miʼa paawundii Roomaa tokko qabate

Paawundii (Roomaa)

327 g

Yohaannis 12:3

“Zayitii urgaaʼaa gara [‘paawundii tokkoo,’ milj.] . . . naardosii qulqulluu”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi