LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 2180
  • B15 Kaalaandarii Ibrootaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • B15 Kaalaandarii Ibrootaa
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kana Beektaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
B15 Kaalaandarii Ibrootaa

B15

Kaalaandarii Ibrootaa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

NIISAAN (ABIIB) Bitootessa—Ebla

14 Faasikaa

15-21 Maxinoo

16 Aarsaa firiiwwan jalqabaa

Yordaanos roobaa fi cabbii baquun ni guuta

Garbuu

IYYAAR (ZIIF) Ebla—Caamsaa

14 Faasikaa isa boodaa

Tibbi bonaa ni jalqaba, baayʼinaan samiin qulqulluu taʼa

Qamadii

SIIWAAN Caamsaa—Waxabajjii

6 Ayyaana Torbeewwanii (Phenxeqosxee)

Hoʼa bonaa, qilleensa qulqulluu

Qamadii, firii harbuu jalqabaa

TAAMUUZ Waxabajjii—Adoolessa

 

Hoʼi ni dabala, fixeensi cimaan ni jiraata

Firii wayinii jalqabaa

AAB Adoolessa—Hagayya

 

Hoʼi sadarkaa dhumaa irra gaʼa

Firiiwwan bonaa

ELUUL Hagayya—Fulbaana

 

Hoʼi itti fufa

Teemirii, firii wayinii fi firii harbuu

TIISHRII (ETAANIIM) Fulbaana—Onkoloolessa

1 Malakanni ni afuufama

10 Guyyaa Araaraa

15-21 Ayyaana Daasii

22 Walgaʼii qulqulluu

Bonni ni darba, roobni inni duraa ni jalqaba

Qotiisa

HESHWAAN (BUUL) Onkoloolessa—Sadaasa

 

Rooba salphaa

Firii ejersaa

KIISLUU Sadaasa—Muddee

25 Ayyaana Haareffamuu

Roobni ni dabala, hurrii, cabbii gaara irraa

Bushaayeen ol galfamu

TEEBEET Muddee—Amajjii

 

Qorra cimaa, rooba, cabbii gaara irraa

Biqiltoonni ni biqilu

SHEEBAAT Amajjii—Guraandhala

 

Qorri ni hirʼata, roobni itti fufa

Almoondiin ni daraara

ADAAR Amajjii—Guraandhala

14, 15 Puuriim

Balaqqeessii fi cabbiin ni baayʼata

Talbaa

VEʼADAAR Bitootessa

Jiʼa waggaa 19 keessatti siʼa 7 kaalaandariitti dabalamu

   

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi