B14-B
Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa
Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa Keessatti
| Geeraa (sheeqilii 1⁄ 20) 0.57 g geeraa 10 = beekaa 1 | 
| Beekaa 5.7 g beekaa 2 = sheeqilii 1 | 
| Fiimii 7.8 g fiimii 1 = sheeqilii 2⁄ 3 | 
| Safartuu Sheeqilii Sheeqilii 11.4 g sheeqilii 50 = miinaa 1 | 
| Miinaa 570 g miinaa 60 = taalaantii1 | 
| Taalaantii 34.2 kg | 
| Daarikii (kan Faarsi, warqii) 8.4 g | 
Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii Keessatti
| Leptaa (kan Yihudotaa, sibiila diimaa ykn nahaasii) kuwaadraansii 1⁄ 2 | 
| Kuwaadraansii (kan Roomaa, sibiila diimaa ykn nahaasii) leptaa 2 | 
| Assaariyonii (kan Roomaa fi bulchiinsawwan ishii, sibiila diimaa ykn nahaasii) kuwaadraansii 4 | 
| Dinaaree (kan Roomaa, meetii) kuwaadraansii 64 3.85 g = Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12) | 
| Diraakmaa (kan Giriikii, meetii) 3.4 g = Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12) | 
| Daaydiraakmaa (kan Giriikii, meetii) diraakmaa 2 6.8 g = Mindaa Guyyaa 2 | 
| Teetiraadiraakmaa Anxokiyaa Teetiraadiraakmaa Xiiros (Sheeqilii meetii Xiiros) Teetiraadiraakmaa (kan Giriikii, meetii; istaatarii meetii jedhamees ni waamama) diraakmaa 4 13.6 g = Mindaa Guyyaa 4 | 
| Miinaa diraakmaa 100 340 g = mindaa gara guyyaa 100 | 
| Taalaantii miinaa 60 20.4 kg = mindaa gara waggaa 20 | 
| Paawundii (Roomaa) 327 g 
 |