LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • igw ful. 28-ful. 29
  • Gaaffii 18: Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii 18: Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?
  • Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
igw ful. 28-ful. 29

GAAFFII 18

Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

“Yaa isa kadhata namaa dhageessuu! Namni foon uffate hundinuu cubbuu isaa wajjin gara kee in dhufa.”

Faarfannaa 65:2

“Garaa kee guutuu Waaqayyoon amanadhu, hubannaa ofii keetiitti hin hirkatin! Karaa kee hundumaatti isa yaadi, innis daandii kee siif in qajeelcha.”

Fakkeenya 3:5, 6

“Waaqayyo hunduma keenyattii fagoo miti.”

Yohannis 17:3

“In fact, [God] is not far off from each one of us.”

Hojii Ergamootaa 17:27

“Jaalalli keessan ogummaa qabaachuutti, dubbii gargar baasee hubachuuttis baayʼisee itti caalaa akka adeemu nan kadhadha.”

Filiphisiiyus 1:9

“Isin keessaa nama tokkotti ogummaan yoo hirʼate, Waaqayyo isa nama hundumaaf harka guutee fuula ifaadhaan kennu haa kadhatu! Innis in kennaaf.”

Yaaqoob 1:5

“Waaqayyotti dhiʼaadhaa, innis isinitti in dhiʼaata. Isin warri cubbamoonni, harka keessan qulleeffadhaa. Isin warri garaa walaallammii, garaa keessan qulqulleeffadhaa!”

Yaaqoob 4:8

“Waaqayyoon jaallachuu jechuunis abboommota isaa eeguu dha; abboommonni isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti.”

1 Yohannis 5:3

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi