GAAFFII 19
Kitaabonni Macaafa Qulqulluu ergaa akkamii qabataniiru?
CAAFFATA QULQULLAAʼOO AFAAN IBROOTAA (“KAKUU MOOFAA”)
KITAABOTA SEERAA (KITAABOTA 5):
Uumama, Baʼuu, Lewwoota, Lakkoofsa, Keessa Deebii
Uumamaa kaasee hanga sabni Israaʼel inni durii itti hundeeffametti
KITAABOTA SEENAA (KITAABOTA 12)::
Iyaasuu, Abboota Firdii, Ruut
Israaʼeloonni Biyyattii Abdachiifamtetti galuusaaniifi wantoota sana booda raawwataman
Saamuʼel 1ffaafi 2ffaa, Mootota 1ffaafi 2ffaa, Seenaa 1ffaafi 2ffaa
Seenaa saba Israaʼel hanga badiisa Yerusaalemitti
Izraa, Nahimiiyaa, Asteer
Seenaa Yihudootaa boojuu Baabilon booda
ITAABOTA WALALOO (KITAABOTA 5):
Iyoob, Faarfannaa, Fakkeenya, Lallaba, Weedduu Weedduu Caalu
Jechoota ogummaafi faarfannaawwan walitti qabaman
KITAABOTA RAAJII (KITAABOTA 17):
Isaayaas, Ermiyaas, Faaruu Ermiyaas, Hisqiʼel, Daaniʼel, Hoseʼaa, Yoʼel, Amos, Obaadiyaa, Yoonaas, Miikiyaas, Naahom, Anbaaqom, Sefaaniyaa, Haagee, Zakaariyaas, Miilkiyaas
Raajiiwwan saba Waaqayyoo ilaachisee dubbataman
CAAFFATA QULQULLAAʼOO AFAAN GIRIIKII (“KAKUU HAARAA”)
WANGEELOTA (KITAABOTA 4):
Maatewos, Maarqos, Luqaas, Yohannis
Seenaa jireenyaa Yesusiifi tajaajilasaa
HOJII ERGAMOOTAA (KITAABA 1):
Seenaa hundeeffama gumii Kiristiyaanaafi hojii misiyoonummaa
XALAYAAWWAN (KITAABOTA 21):
Roomaa, Qorontos 1ffaafi 2ffaa, Galaatiyaa, Efesoon, Filiphisiiyus, Qolosaayis, Tasaloniiqee 1ffaafi 2ffaa
Xalayaawwan gumii Kiristiyaanaa garaagaraatiif barreeffaman
Ximotewos 1ffaafi 2ffaa, Tiitoos, Filemon
Xalayaawwan namoota Kiristiyaana taʼaniif dhuunfaatti barreeffaman
Ibroota, Yaaqoob, Phexros 1ffaafi 2ffaa, Yohannis 1ffaa, 2ffaafi 3ffaa, Yihudaa
Xalayaawwan walumaa galatti Kiristiyaanotaaf barreeffaman
MULʼATA (KITAABA 1):
Raajiiwwan mulʼataan Yohannisiif ibsaman