Qophii Macaafa Qulqulluu Hubachuuf Godhame
Macaafni Qulqulluu oddeeffannoo barbaachiisaa ta’e siif kenna.
• Kaayyoo jireenyaa ilaalchisee Waaqayyoo maal akka jedhe ni ibsa.
• Rakkoowwan jireenya keessatti nu mudatan akkamitti akka mo’uu dandeenyu gorsa hunda caaluu nuuf kenna.
• Hundi keenya, yommuu barcuma firdii Waaqayyoo duratti dhihaannu fudhatama akka arganuuf maal gochuu akka qabnu ibsa.
Addunyaa maraarratti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu 5,000,000 ol ta’aantu geeggeeffama.
Qophii haala keetiif mijaa’aa ta’ee godhi. Kun, KAFALTII HIN QABU.
Gaaffii yoo qabaatte, tessoowwan kanaa gadi jiranitti barreessuu ykn Dhugaa Baatota Yihowaa naannoo kee jiran keessaa tokko gaaffachuu dandeessa.