LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 56-57
  • “Yaa Ilma Namaa, Kana ni Argitaa?”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Yaa Ilma Namaa, Kana ni Argitaa?”
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Wanta Hamaa fi Jibbisiisaa Isaan . . . Raawwachaa Jiran Ilaali”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Yerusaalem Ni Balleeffamte
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • ‘Waaʼee Mana Qulqullummaa Ibsi’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 56-57

SAANDUQA 5A

“Yaa Ilma Namaa, Kana Ni Argitaa?”

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Wantoota jibbisiisoo Hisqiʼel mana qulqullummaa fi mooraa mana qulqullummaa keessatti arge afur. (His. 8:5-16)

Yihudoonni gantoota taʼan fakkii waaqa tolfamaa tokkoof yommuu sagadanii fi waaqeffatan.

1. MALLATTOO WAAQA TOLFAMAA HINAAFFAA

Hisqiʼel gara mooraa mana qulqullummaa isa keessaa bakka jaarsoliin fakkiiwwan girgiddaa irratti bocamanii fi waaqolii sobaa argisiisaniif ixaana itti aarsan ilaalaa jira.

2. JAARSOLII 70 WAAQOLII SOBAATIIF IXAANA AARSAN

Dubartoota waaqa taamuuz jedhamuuf booʼan

3. “DUBARTOOTA . . . WAAQA TAAMUUZ JEDHAMUUF BOOʼAN”

Dhiironni diigdamii shan mooraa mana qulqullummaa isa keessaa keessatti aduudhaaf yommuu sagadan.

4. DHIIROTA ‘ADUUDHAAF SAGADAN’ 25

Gara boqonnaa 5, keeyyata 7-18tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi