LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 131
  • Uleewwan Lamaan Walitti Qabsiisuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Uleewwan Lamaan Walitti Qabsiisuu
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Yihudaadhaaf’
  • “Yoseefiif, ulee Efreem”
  • ‘harka kee keessatti ulee tokko ni taʼu’
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • “Saba Tokko Isaan Nan Godha”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 131

SAANDUQA 12A

Uleewwan Lamaan Walitti Qabsiisuu

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Yihowaan, Hisqiʼel ulee tokko irratti ‘Yihudaadhaaf,’ isa kan biraa irratti immoo “Yoseefiif, ulee Efreem” jedhee akka barreessu ajajeera.

Uleewwan lamaan raajii Hisqiʼel keessatti ibsaman.

‘Yihudaadhaaf’

BARA DURIITTI

Mootummaa Yihudaa gosa lamaanii

BARA KEENYATTI

Dibamtoota

“Yoseefiif, ulee Efreem”

BARA DURIITTI

Mootummaa Israaʼel gosa kurnanii

BARA KEENYATTI

Hoolota kan biroo

Hisqiʼel uleewwan lama harka tokkoon yommuu walitti qabu.

‘harka kee keessatti ulee tokko ni taʼu’

BARA DURIITTI

Dh.K.D. bara 537⁠tti Waaqeffattoonni dhugaan saboota keessaa deebiʼanii, Yerusaalemiin deebisanii ijaaruudhaan saba tokko taʼanii waaqeffachuu jalqaban.

BARA KEENYATTI

Bara 1919 irraa jalqabee sabni Waaqayyoo suutuma suuta deebiʼanii gurmaaʼaniiru, akkasumas tokko taʼanii tajaajiluuf “tuuta tokko” taʼaniiru.

Raajichi tokkummaa irratti xiyyeeffata

Raajiin kun uleen tokko bakka lamatti cabee yeroo booda tokko akka taʼe hin dubbatu. Kanaa mannaa, waaʼee uleewwan yeroo booda tokko taʼan lamaa dubbata. Kanaafuu, raajiin kun sabni Israaʼel akkamitti mootummaa lamatti akka hirame kan ibsu miti. Kanaa mannaa, mootummaan lamaan kun akkamitti tokko akka taʼan ibsuu irratti xiyyeeffata.

Gara boqonnaa 12, keeyyata 3-6, 13, 14tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi