LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 220
  • “Buusiin Isin Adda Baastan”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Buusiin Isin Adda Baastan”
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • A. “Buusii”
  • B. ‘Guutummaa Buusii Sanaa’
  • C. ‘Naannoo Geggeessaa Sanaa’
  • D. “Buusii Qulqulluu”
  • E. ‘Naannoo Isa Hafe’
  • “Maqaan Magaalaa Sanaa Yihowaan Achi Jira kan Jedhu ni Taʼa”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • “Dhumni Si Irratti Dhufeera”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • ‘Biyyattii Dhaala Godhaa Hihiraa’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Eebba Israaʼeloonni Biyya Isaaniitti Deebiʼan Argatan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 220

SAANDUQA 21A

“Buusiin Isin Adda Baastan”

HISQIʼEL 48:8

Mee Hisqiʼel lafa Yihowaan adda baase sana yommuu daawwatu haa ilaallu. Lafti kun naannoowwan shan of keessatti qabateera. Naannoowwan kun kam faʼi? Tajaajila maaliitiif oolu?

Kaartaa lafa Yihowaan adda baasee fi ‘buusii’ jedhamu argisiisu, akkasumas kaartaa kutaa lafichaa kallattii arfaniinuu wal qixa taʼee fi kaabaa hamma kibbaatti dhundhuma 25,000 (kiilomeetira 13), bahaa hamma dhihaatti immoo dhundhuma 25,000 dheeratu argisiisu. Kutaan lafaa kallattii arfaniinuu wal qixa taʼe kun ‘guutummaa buusii’ jedhama, innis kutaawwan saditti dalga kan qoqqoodame yeroo taʼu,  kutaa isa olii, kutaa isa gidduu manni qulqullummaa keessa jiruu fi kutaa gara gadii magaalaan ‘Yihowaan Achi Jira’ jedhamtu keessatti argamu kan of keessatti qabate dha.

A. “Buusii”

Lafti kun iddoo tajaajila bulchiinsaatiif oolu dha.

HIS. 48:8

B. ‘Guutummaa Buusii Sanaa’

Lafti kun lubootaaf, Leewwotaa fi magaalattiidhaaf kan adda baafame dha. Kana malees namoonni gosoota 12n keessaa dhufan Yihowaa waaqeffachuu fi bulchiinsa magaalaatti fakkeeffame kana deeggaruuf gara iddoo kanaatti ni seenu.

HIS. 48:20

C. ‘Naannoo Geggeessaa Sanaa’

“Lafti kun Israaʼel keessatti dhaala isaa ni taʼa.” Lafichi “kan geggeessaa sanaa ni taʼa.”

HIS. 45:7, 8; 48:21, 22

D. “Buusii Qulqulluu”

Naannoon kun “qooda qulqulluu” akka taʼes ibsameera. Kutaan inni olii kan ‘Leewwotaa ti.’ Kun iddoo “qulqulleeffame” dha. Kutaan inni gidduu immoo “buusii qulqulluu lubootaaf kennamu” dha. Iddoon kun bakka “mana isaaniitiif, akkasumas iddoo qulqulluu mana qulqullummaa sanaaf” taʼu dha.

HIS. 45:1-5; 48:9-14

E. ‘Naannoo Isa Hafe’

‘Inni kan guutummaa mana Israaʼel ni taʼa,’ akkasumas “tajaajila kan biraatiif, jechuunis iddoo jireenyaa fi iddoo dheedichaatiif ni oola.”

HIS. 45:6; 48:15-19

Gara boqonnaa 21, keeyyata 3tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi