LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 230-231
  • Qorumsa Isa Dhumaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qorumsa Isa Dhumaa
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waaqayyoon Waaqeffadhu!”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Kitaabni Mulʼataa Waaʼee Egeree Keetii Maal Jedha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Biyyi Lafaa Kan Badu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 230-231

SAANDUQA 22A

Qorumsa Isa Dhumaa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru
  • Ilmaan namootaa mudaa hin qabne gara samii yommuu ilaalan.

    Ilmaan Namootaa Cubbuu Irraa Walaba Taʼu​—1 QOR. 15:26

  • Yesuus gonfoo isaa Yihowaatti deebisee yommuu kennu.

    Yesuus Mootummicha Deebisee Yihowaadhaaf ni Kenna​—1 QOR. 15:24

  • Finciltoonni lama namoota baayʼee mormiidhaaf yommuu kakaasan.

    Seexanni Qilee Keessaa ni Gadhiifama; Finciltoonni Seexanaa Wajjin Haleellaa Isa Dhumaa ni Banu​—MUL. 20:3, 7, 8

  • Finciltoonni yommuu balleeffaman.

    Finciltoonni Hundi ni Balleeffamu​—MUL. 20:9, 10, 15

  • Ilmaan namootaa mudaa hin qabne Jannata keessatti Yihowaa yommuu jajatan.

    Nagaa fi Tokkummaadhaan Bara Baraaf Jiraanna​—ROM. 8:19-21

Gara boqonnaa 22, keeyyata 19-29tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi