LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 62-63
  • Hacuucuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hacuucuu
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 62-63

Hacuucuu

Namoonni yoo nu hacuucan maaltu nutti dhagaʼamuu dandaʼa?

Fr 69:20; Fak 18:14; Lal 4:1-3; Mil 2:13-16; Qol 3:21

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Sa 10:1-5—Loltoonni Daawit Mootichaa tokko tokko kallattiidhaan kan hin madoofne taʼanis, diinonni garmalee isaan qaanessanii turan; kanaaf Daawit namoota isaa kanatti gaarummaa addaa argisiiseera

    • 2Sa 13:6-19—Taamaar, obboleessi ishee Amnoon erga ishee gudeedee fi ishee qaanessee booda boosseetti, akkasumas uffata ishee tarsaasteetti

Namni tokko yeroo hacuucamu Yihowaan haalicha guutummaatti akka beeku wanti argisiisu maalidha? Sana boodahoo maal godha?

Iyo 34:21, 22; Fr 37:8, 9; Isa 29:15, 19-21; Rom 12:17-21

Dabalataanis Fr 63:6, 7 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Sa 25:3, 14-17, 21, 32-38—Naabaal inni hamaa fi arrabsituu taʼe Daawitiin arrabsuudhaan maatii isaa balaaf saaxileera, achiis Yihowaan isa rukuteera

    • Er 20:1-6, 9, 11-13—Ermiyaas, lubni Paashuur jedhamu tokko yeroo isa rukutee fi isa hidhetti jalqaba abdii kutatee ture, booda garuu Yihowaan raajiisaa kana jajjabeesseera, akkasumas oolcheera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi