LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 62
  • Haadholii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Haadholii
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 62

Haadholii

Haati itti gaafatamummaa akkamii qabdi?

Fak 31:17, 21, 26, 27; Tit 2:4

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 21:8-12—Saaraan, Ishmaaʼel, Yisihaaq ilma ishee isa xinnaa irratti ariʼatama geessisaa akka jiru yommuu argitu, Abrahaam ilma isheetiif eegumsa akka godhu isa kadhatteetti

    • 1Mo 1:11-21—Baat Sheebaan, mootummichii fi lubbuun ilma ishee Solomoon balaadhaaf akka saaxilame yommuu hubattu, Daawit Mootichi gidduu akka seenu isa kadhatteetti

Haadha keenyaaf ajajamuu fi ishee kabajuu kan qabnu maaliifi?

Bau 20:12; Kes 5:16; 27:16; Fak 1:8; 6:20-22; 23:22

Dabalataanis 1Xi 5:9, 10 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Ph 3:5, 6—Pheexiros ergamaan, Saaraan amantii cimaa qabduun kan kaʼe, dubartoota hedduudhaaf akka haadhaa akka taate ibseera

    • Fak 31:1, 15, 21, 28—Haati Lemuʼel Mootichaa, gaaʼelaa fi gaʼee guddaa haati manaa fi haati tokko qabdu ilaalchisee ilma ishee kanaaf gorsa barbaachisaa kenniteetti

    • 2Xi 1:5; 3:15—Ewunqee haati Ximotewos abbaa manaa hin amanne kan qabdu taatus, ilma ishee Ximotewosiin waaʼee Kitaaba Qulqulluu waan barsiisteef, Phaawulos ergamaan ishee jajeera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi