LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/14 ful. 6
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 12/14 ful. 6

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Muddee 29, 2014 jalqabutti kan irratti mariʼatamanidha.

  1. Namni tokko, seera Keessa Deebii 15: 7, 8⁠rratti ibsame eeguudhaan, amanamummaadhaan ajajamuusaa kan argisiisu akkamitti? [Sad. 3, w10 9/15 ful. 8 key. 5]

  2. Museen, Yihowaan raajii akka isaa gidduusaaniitii akka isaaniif kaasu ennaa dubbatu waaʼee eenyuu dubbachuusaa ture? (Kes. 18:15) [Sad. 3, w09 4/15 ful. 24-25 key. 6, 7]

  3. Seerri Keessa Deebii 20:19⁠rratti ibsame qajeelinaafi haqa Yihowaa kan mulʼisu akkamitti? [Sad. 10, cl ful. 161 key. 17 fi miiljalee]

  4. Namni tokko Seerichi akka heyyamu dubbachuudhaan sababii xixinnoodhaan haadha manaasaa hiiku ni dandaʼaa? (Kes. 24:1) [Sad. 17, cf ful. 121 key. 16]

  5. Israaʼeloonni haala akkamiitiin kakaʼanii abboomamuu qabu turan? Nutoo Yihowaa tajaajiluuf kan nu kakaasu maal taʼuu qaba? (Kes. 28:47) [Sad. 24, w10 9/15 ful. 8 key. 4]

  6. Ulaagaaleen jireenya argamsiisaniifi Keessa Deebii 30:19, 20⁠rratti caqasaman sadan kamfaʼi? [Sad. 24, w10 2/15 ful. 28 key. 17]

  7. Wanta Uumamaa hanga Mulʼataatti ibsame hunda sagalee gadi qabnee dubbisuu qabnaa? Ibsi. (Iya. 1:8, “waaʼee isaa yaadi [“sagaleekee gadi qabii dubbisi,” NW]”) [Mud. 8, w13 4/15 ful. 7 key. 4]

  8. Milkaaʼina dhugaa argachuun keenya maalirratti kan hundaaʼedha? (Iya. 1:7, 8) [Mud. 8, w12 12/15 ful.  4-8 key. 3, 17]

  9. Wanti Aakaan cubbuu akka raawwatu godhe maalidha? Fakkeenya gaarii hin taane taʼe kanarraa barumsa akkamii arganna? (Iya. 7:20, 21) [Mud. 15, w10 4/15 ful. 20-21 key. 2, 5]

  10. Seenaan Kaaleb kan nu jajjabeessu akkamitti? (Iya. 14:10-13) [Mud. 29, w04-AM 12/1 ful. 12 key. 2]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi