LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp23 Lakk. 1 ful. 16
  • Waaqayyo Dhibeen Sammuu Akka Badu Waadaa Galeera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyo Dhibeen Sammuu Akka Badu Waadaa Galeera
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhibee Addunyaa Maratti Babalʼate
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
  • “Wanti Dur Taʼe Hin Yaadatamu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Yihowaa Isa Waaqa “Jajjabinaa Hundumaa” Taʼetti Amanamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Bantiiwwan Waaqaa Haaraanii fi Lafti Haaraan Gammachuu Guddaa Argamsiisu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
wp23 Lakk. 1 ful. 16
Dhugaa Baatuun Yihowaa takka dubartii qola jalqabaarra jirtu Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisaa jirti.

Waaqayyo Dhibeen Sammuu Akka Badu Waadaa Galeera

Waaqayyo Kitaaba Qulqulluutti fayyadamuudhaan qajeelfamaa fi jajjabina dhiphina sammuu dandamachuuf gargaaru kenneera.

Garuu wanta kanarra caalus godheera. Wantoota dhibee sammuutiif sababa taʼan hundumaa barabaraaf balleessuuf waadaa galeera.

Waaqayyo waadaa kana yeroo raawwatu miirri nama jeequ, dhiphinni sammuu fi yaadannoowwan nama dhiphisan “hin yaadataman, garaa keessas hin taaʼan.”—Isaayyaas 65:17.

Dhugaa Baatonni Yihowaa, Waaqayyo waadaa nama jajjabeessu kana kan raawwatu yoomii fi akkamitti akka taʼe akka barattu si gargaaruu barbaadu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi